1/7
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 0
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 1
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 2
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 3
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 4
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 5
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 6
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro Icon

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Curious Learning
Trustable Ranking IconTerpercaya
1K+Unduhan
45MBUkuran
Android Version Icon4.1.x+
Versi Android
103(10-10-2020)Versi terbaru
-
(0 Ulasan)
Age ratingPEGI-3
Unduh
RincianUlasanVersiInfo
1/7

Deskripsi Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!


Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii industri tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!


Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni barbaachisu dosa! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Apps Pabrik, fi Penasaran jedhamaniin Belajar hojjatame.


Iccitummaa:


Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama ISAA akkatti eegsifnu SIIF IBSA.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna Itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya Itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa Itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko Isaan ASII gadiiti:


Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf Itti fooyyeffamu qo'ataniif ni Hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa Itti Itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii Itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.


-----


Pakan Rakasa mengajarkan anak-anak dasar-dasar membaca di Oromo. Mengumpulkan telur rakasa dan memberi mereka makan huruf sehingga mereka dapat tumbuh menjadi teman baru!

 

APAKAH FEED RAKASA THE?

Pakan Rakasa menggunakan terbukti ‘bermain untuk belajar’ teknik untuk melibatkan anak-anak dan membantu mereka belajar membaca. Anak-anak menikmati mengumpulkan dan tumbuh monster hewan peliharaan sambil belajar dasar-dasar membaca.

 

GRATIS DOWNLOAD, NO ADS, NO DI PEMBELIAN APP!

Semua konten adalah 100% gratis, dibuat oleh organisasi nirlaba melek Penasaran Learning, CET, dan Apps Pabrik.

 

PERTANDINGAN FITUR UNTUK MEMPROMOSIKAN KETERAMPILAN MEMBACA:

• Fun dan menarik phonics teka-teki

• Surat menelusuri permainan untuk membantu membaca dan menulis

• permainan memori Kosakata

• Menantang “terdengar hanya” tingkat

• laporan kemajuan Parental

• Multi-user login untuk kemajuan pengguna individu.

• kolektibilitas, evolvable, dan monster menyenangkan

• Dirancang untuk mempromosikan keterampilan sosial-emosional

• Tidak ada pembelian di-app

• Tanpa iklan

• Tidak ada koneksi internet diperlukan

 

DIKEMBANGKAN OLEH AHLI UNTUK ANAK ANDA.

Permainan ini didasarkan pada tahun penelitian dan pengalaman dalam ilmu keaksaraan. Menggabungkan keterampilan kunci untuk keaksaraan, termasuk fonologis Kesadaran, Surat Pengakuan, Phonics, Kosakata, dan Penglihatan Firman Reading sehingga anak-anak dapat mengembangkan fondasi yang kuat untuk membaca. Dibangun di sekitar konsep merawat koleksi monster, ia dirancang untuk mendorong empati, ketekunan dan pembangunan sosial-emosional bagi anak-anak.

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro - Versi 103

(10-10-2020)
Versi lain
Apa yang baruFamilies policy update.

Belum ada ulasan atau penilaian! Untuk meninggalkan ulasan pertama,

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro - Informasi APK

Versi APK: 103Paket: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromo
Kompatibilitas Android: 4.1.x+ (Jelly Bean)
Pengembang:Curious LearningKebijakan Privasi:http://www.curiouslearning.org/ftm-privacy-policyIzin:5
Nama: Bulgicha Nyaachisi! (Afaan OroUkuran: 45 MBUnduhan: 1Versi : 103Tanggal Rilis: 2024-05-20 11:53:54Layar Minimal: SMALLCPU yang Didukung:
ID Paket: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromoSHA1 Signature: 21:2C:97:25:52:8D:70:BF:93:53:99:FC:75:A6:04:87:B3:CB:6C:D3Pengembang (CN): Eric TondreauOrganisasi (O): Curious LearningLokal (L): CambridgeNegara (C): USProvinsi/Kota (ST): MAID Paket: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromoSHA1 Signature: 21:2C:97:25:52:8D:70:BF:93:53:99:FC:75:A6:04:87:B3:CB:6C:D3Pengembang (CN): Eric TondreauOrganisasi (O): Curious LearningLokal (L): CambridgeNegara (C): USProvinsi/Kota (ST): MA

Versi Terakhir dari Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

103Trust Icon Versions
10/10/2020
1 unduhan34.5 MB Ukuran
Unduh